LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 13:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaafuu, Abraam dunkaana keessa jiraachuu isaa itti fufe. Boodas dhufee mukeetii guguddaa Maamree+ warra Kebroon+ keessatti argaman bira jiraate; achittis Yihowaadhaaf iddoo aarsaa ijaare.+

  • Iyyaasuu 15:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Innis Kaaleb+ ilma Yofuneetiif akkuma Yihowaan Iyyaasuu ajajetti sanyii Yihudaa gidduutti qooda ni kenne; kunis Qiriyaat Arbaa (Arbaan Abbaa Anaaq ture), jechuunis Kebrooni.+

  • Iyyaasuu 21:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Isaanis naannoo gaarotaa Yihudaa keessatti, Qiriyaat Arbaa+ (Arbaan abbaa Anaaq ture), jechuunis Kebroonii+ fi iddoowwan dheedichaa naannoo ishiitti argaman isaaniif ni kennan. 12 Lafa magaalattii fi gandeen ishii garuu Kaaleb ilma Yofuneetiif dhaalaan ni kennan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi