LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 18:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Abrahaam guyyicha keessaa yeroo baayʼee hoʼaa taʼetti, balbala dunkaanichaa bira taaʼee utuu jiruu, Yihowaan+ mukeetii guguddaa Maamree+ gidduutti isatti mulʼate.

  • Uumama 23:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Sana booda Abrahaam holqa maasii Maakfelaa ishii Maamree bira jirtu keessatti, jechuunis Kebroon ishii biyya Kanaʼaan keessatti argamtutti haadha manaa isaa Saaraa ni awwaale.

  • Uumama 25:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ilmaan isaa Yisihaaqii fi Ishmaaʼelis holqa Maakfelaa keessatti isa awwaalan; holqi kun maasii Efroon ilma Zohaar Heetichaa keessatti kan argamu yeroo taʼu, Maamreetti dhihoo jira ture;+ 10 maasiin kun isa Abrahaam ilmaan Heet irraa bite dha. Abrahaamis bakka haati manaa isaa Saaraan itti awwaalamte kanatti ni awwaalame.+

  • Uumama 35:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yeroo booda Yaaqoob gara iddoo abbaan isaa Yisihaaq jiruutti, gara Maamree+ isa Qiriyaat Arbaa, jechuunis Kebroon keessatti argamuu ni dhufe; Abrahaamii fi Yisihaaq namoota biyya ormaa taʼanii iddoo kana jiraachaa turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi