Uumama 13:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Kanaafuu, Abraam dunkaana keessa jiraachuu isaa itti fufe. Boodas dhufee mukeetii guguddaa Maamree+ warra Kebroon+ keessatti argaman bira jiraate; achittis Yihowaadhaaf iddoo aarsaa ijaare.+ Uumama 14:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Sana booda namichi miliqe tokko dhufee wanta taʼe Abraam Ibrichatti hime. Yeroo sanatti Abraam mukeetii guguddaa Maamree Amooricha+ isa obboleessa Eshkoolii fi Aneer+ taʼe sanaa bira* jiraata ture. Namoonni kun michoota Abraam turan.
18 Kanaafuu, Abraam dunkaana keessa jiraachuu isaa itti fufe. Boodas dhufee mukeetii guguddaa Maamree+ warra Kebroon+ keessatti argaman bira jiraate; achittis Yihowaadhaaf iddoo aarsaa ijaare.+
13 Sana booda namichi miliqe tokko dhufee wanta taʼe Abraam Ibrichatti hime. Yeroo sanatti Abraam mukeetii guguddaa Maamree Amooricha+ isa obboleessa Eshkoolii fi Aneer+ taʼe sanaa bira* jiraata ture. Namoonni kun michoota Abraam turan.