-
2 Saamuʼel 15:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yeroo kanatti Abishaalom, “Sagalee xurumbaa akkuma dhageessaniin, ‘Abishaalom Kebroon keessatti mootii taʼeera!’+ jedhaatii labsaa” jedhee gosoota Israaʼel hundumaa gidduutti basaastota erge.
-
-
1 Seenaa Baraa 6:54-56Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
54 Naannoo isaanii keessatti gandeen buufatawwan* isaanii taʼan kanneen kana turan: sanyiiwwan Aaron warra maatii Qehaatotaa taʼaniif carraan inni jalqabaa ni baʼe; 55 isaanis biyya Yihudaa keessaa Kebrooniin+ iddoowwan dheedichaa naannoo ishiitti argamanii wajjin isaaniif ni kennan. 56 Lafa magaalattii fi gandeen ishii garuu Kaaleb+ ilma Yofuneetiif ni kennan.
-