LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 23:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Saaraan Qiriyaat Arbaa,+ jechuunis Kebroon+ ishii biyya Kanaʼaan+ keessatti argamtutti ni duute; Abrahaamis Saaraadhaaf gadduu fi booʼuu jalqabe.

  • Lakkoofsa 13:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yommuu gara Negeebitti ol baʼanis, gara Kebroon+ ishii Ahimaan, Sheshaayii fi Taalmaay+ warri Anaaqim+ taʼan keessa jiraachaa turanii ni dhufan. Kebroon kan ijaaramte, Zoʼaan ishiin Gibxii ijaaramuu ishii waggaa torba dura ture.

  • Iyyaasuu 14:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kebroon hamma harʼaatti dhaala Kaaleb ilma Yofunee Qeenizichaa kan taate kanaafi; sababiin isaas, inni garaa guutuudhaan Yihowaa Waaqa Israaʼel duukaa buʼeera.+

  • Iyyaasuu 20:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, isaan Galiilaa ishii naannoo gaarotaa Niftaalemitti argamtu keessatti Qeedeshiin,+ naannoo gaarotaa Efreem keessatti Sheekemiin,+ akkasumas naannoo gaarotaa Yihudaa keessatti Qiriyaat Arbaa,+ jechuunis Kebrooniin kaayyoo kanaaf ni murteessan.*

  • 2 Saamuʼel 5:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yeroo booda gosoonni Israaʼel hundi gara Daawit isa Kebroonitti+ argamuu dhufanii akkana isaan jedhan: “Kunoo, nuti lafee kee fi foon kee ti.*+

  • 1 Mootota 2:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Barri* Daawit Israaʼel irratti itti bulche waggaa 40 ture. Kebroon+ keessatti waggaa 7f bulche; Yerusaalem keessatti immoo waggaa 33f bulche.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi