2 Saamuʼel 5:4, 5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Daawit yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 30 ture; inni waggaa 40f ni bulche.+ 5 Kebroon keessa taaʼee waggaa 7 fi jiʼa 6f Yihudaa ni bulche; Yerusaalem+ keessa taaʼee immoo waggaa 33f guutummaa Israaʼelii fi Yihudaa ni bulche.
4 Daawit yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 30 ture; inni waggaa 40f ni bulche.+ 5 Kebroon keessa taaʼee waggaa 7 fi jiʼa 6f Yihudaa ni bulche; Yerusaalem+ keessa taaʼee immoo waggaa 33f guutummaa Israaʼelii fi Yihudaa ni bulche.