Uumama 12:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Abraam haadha manaa isaa Saaraayii+ fi ilma obboleessa isaa Looxiin,+ akkasumas miʼawwan walitti qabatanii+ fi namoota* Kaaraan keessatti argatan hundumaa fudhatee baʼe; achiis gara biyya Kanaʼaanitti qajeelan.+ Yommuu biyya Kanaʼaan gaʼanittis,
5 Abraam haadha manaa isaa Saaraayii+ fi ilma obboleessa isaa Looxiin,+ akkasumas miʼawwan walitti qabatanii+ fi namoota* Kaaraan keessatti argatan hundumaa fudhatee baʼe; achiis gara biyya Kanaʼaanitti qajeelan.+ Yommuu biyya Kanaʼaan gaʼanittis,