2 Saamuʼel 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Sana booda Daawit, “Magaalota Yihudaa keessaa gara ishii tokkootti ol baʼuu?” jedhee Yihowaa gaafate.+ Yihowaanis, “Ol baʼi” isaan jedhe. Achiis Daawit, “Garam dhaqu?” jedhee gaafate. Innis, “Gara Kebroon+ dhaqi” jedhee isaaf deebise. 2 Saamuʼel 2:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yeroon* Daawit Kebroon keessatti mana Yihudaa irratti mootii taʼee itti bulche waggaa torbaa fi jiʼa jaʼa ture.+ 1 Seenaa Baraa 12:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Lakkoofsi namoota dura buutota warra waraanaaf hidhatanii akka Yihowaan ajajetti mootummaa Saaʼol gara isaatti dabarsuuf gara Daawit isa Kebroonitti+ argamutti dhufan sanaa kana dha.+
2 Sana booda Daawit, “Magaalota Yihudaa keessaa gara ishii tokkootti ol baʼuu?” jedhee Yihowaa gaafate.+ Yihowaanis, “Ol baʼi” isaan jedhe. Achiis Daawit, “Garam dhaqu?” jedhee gaafate. Innis, “Gara Kebroon+ dhaqi” jedhee isaaf deebise.
11 Yeroon* Daawit Kebroon keessatti mana Yihudaa irratti mootii taʼee itti bulche waggaa torbaa fi jiʼa jaʼa ture.+
23 Lakkoofsi namoota dura buutota warra waraanaaf hidhatanii akka Yihowaan ajajetti mootummaa Saaʼol gara isaatti dabarsuuf gara Daawit isa Kebroonitti+ argamutti dhufan sanaa kana dha.+