LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 16:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yeroo booda Yihowaan Saamuʼeliin, “Inni Israaʼel irratti mootii taʼee akka hin bulchine isa tuffadhee utuun jiruu,+ ati hamma yoomiitti Saaʼoliif gaddita?+ Miʼa gaanfaa keetti zayitii guuttadhuutii+ deemi. Ilmaan isaa gidduudhaa nama mootii naaf taʼu waanan filadheef,+ gara Issey+ isa nama Beetaliheem taʼetti sin erga” jedhe.

  • 1 Saamuʼel 16:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaafuu, Saamuʼel miʼa gaanfaa zayitichaa+ fudhatee obboloota isaa duratti isa dibe. Hafuurri Yihowaas guyyaa sanaa jalqabee Daawitiif humna ni kenne.+ Sana booda Saamuʼel kaʼee gara Raamaatti+ qajeele.

  • 1 Seenaa Baraa 11:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Dura buutonni loltoota Daawit warra jajjaboo taʼanii kanneen kana turan; isaanis Israaʼelota hundumaa wajjin taʼuudhaan Yihowaan Israaʼeliin ilaalchisee akka dubbatetti mootii isa gochuudhaaf+ deggersa cimaa isaaf ni godhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi