-
2 Saamuʼel 5:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Kebroon keessa taaʼee waggaa 7 fi jiʼa 6f Yihudaa ni bulche; Yerusaalem+ keessa taaʼee immoo waggaa 33f guutummaa Israaʼelii fi Yihudaa ni bulche.
-
-
1 Seenaa Baraa 3:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Kanneen kun jaʼan warra inni Kebroon keessatti dhalche turan; inni waggaa 7 fi jiʼa 6f achitti ni bulche; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 33f ni bulche.+
-