LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 23:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Saaraan Qiriyaat Arbaa,+ jechuunis Kebroon+ ishii biyya Kanaʼaan+ keessatti argamtutti ni duute; Abrahaamis Saaraadhaaf gadduu fi booʼuu jalqabe.

  • Uumama 35:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yeroo booda Yaaqoob gara iddoo abbaan isaa Yisihaaq jiruutti, gara Maamree+ isa Qiriyaat Arbaa, jechuunis Kebroon keessatti argamuu ni dhufe; Abrahaamii fi Yisihaaq namoota biyya ormaa taʼanii iddoo kana jiraachaa turan.+

  • Iyyaasuu 15:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Innis Kaaleb+ ilma Yofuneetiif akkuma Yihowaan Iyyaasuu ajajetti sanyii Yihudaa gidduutti qooda ni kenne; kunis Qiriyaat Arbaa (Arbaan Abbaa Anaaq ture), jechuunis Kebrooni.+ 14 Kanaafuu, Kaaleb ilmaan Anaaq+ sadan, jechuunis Sheshaay, Ahimaanii fi Taalmaay+ warra sanyii Anaaq taʼan achii ni ariʼe.

  • Iyyaasuu 20:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, isaan Galiilaa ishii naannoo gaarotaa Niftaalemitti argamtu keessatti Qeedeshiin,+ naannoo gaarotaa Efreem keessatti Sheekemiin,+ akkasumas naannoo gaarotaa Yihudaa keessatti Qiriyaat Arbaa,+ jechuunis Kebrooniin kaayyoo kanaaf ni murteessan.*

  • Abbootii Murtii 1:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kanaafuu, Yihudaan Kanaʼaanota warra Kebroon (maqaan Kebroon duraan Qiriyaat Arbaa jedhama ture) keessa jiraatan irratti duule; isaanis Sheshaayiin, Ahimaanii fi Taalmaayiin+ ni rukutan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi