LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 13:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yommuu gara Negeebitti ol baʼanis, gara Kebroon+ ishii Ahimaan, Sheshaayii fi Taalmaay+ warri Anaaqim+ taʼan keessa jiraachaa turanii ni dhufan. Kebroon kan ijaaramte, Zoʼaan ishiin Gibxii ijaaramuu ishii waggaa torba dura ture.

  • Abbootii Murtii 1:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kanaafuu, Yihudaan Kanaʼaanota warra Kebroon (maqaan Kebroon duraan Qiriyaat Arbaa jedhama ture) keessa jiraatan irratti duule; isaanis Sheshaayiin, Ahimaanii fi Taalmaayiin+ ni rukutan.

  • Abbootii Murtii 1:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Akkuma Museen waadaa galee turettis+ Kebrooniin Kaalebiif ni kennan; innis ilmaan Anaaq+ sadan achi keessaa ni ariʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi