LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 13:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Achittis Nefiliimota, jechuunis ilmaan Anaaq+ warra sanyii Nefiliim taʼan argineerra; ija keenyaanis taʼe ija isaaniitiin yeroo wal bira qabamnee ilaalamnu nuti isaaniif akka kuruphisaa ti.”

  • Iyyaasuu 11:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yeroo sanatti Iyyaasuun, naannoo gaarotaa irraa, jechuunis Kebroon irraa, Deebir irraa, Anaab irraa, guutummaa naannoo gaarotaa Yihudaa irraa, akkasumas guutummaa naannoo gaarotaa Israaʼel irraa Anaaqiimiin+ haxaaʼee ni balleesse. Iyyaasuun isaaniinis taʼe magaalota isaanii guutummaatti ni balleesse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi