-
Iyyaasuu 15:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Innis Kaaleb+ ilma Yofuneetiif akkuma Yihowaan Iyyaasuu ajajetti sanyii Yihudaa gidduutti qooda ni kenne; kunis Qiriyaat Arbaa (Arbaan Abbaa Anaaq ture), jechuunis Kebrooni.+ 14 Kanaafuu, Kaaleb ilmaan Anaaq+ sadan, jechuunis Sheshaay, Ahimaanii fi Taalmaay+ warra sanyii Anaaq taʼan achii ni ariʼe.
-