LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 7:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Kanaan kan kaʼes, uumamawwan jiraatoon* lafa irra sochoʼan hundi, jechuunis uumamawwan barrisan, beeladoonni, bineensonni bosonaa, uumamawwan xixinnoon lafa irra yaaʼanii fi ilmaan namootaa hundi ni dhuman.+

  • Faarfannaa 104:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yommuu fuula kee dhoksitu ni jeeqamu.

      Hafuura isaanii yoo fudhatte, duʼanii biyyootti deebiʼu.+

  • Maatewos 24:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 akkasumas hanga Bishaan Badiisaa sun dhufee hunduma isaanii haree sokketti+ akkuma hin hubanne, argamni Ilma namaas akkanuma ni taʼa.

  • 2 Pheexiros 2:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Akkasumas addunyaa bara duriitti ture sana adabuu irraa duubatti hin jenne;+ yeroo addunyaa namoota Waaqayyoon hin sodaanne sana irratti bishaan badiisaa fidetti+ garuu, Noh isa qajeelummaa lallabu+ namoota kan biroo torbaa wajjin oolcheera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi