LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 3:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Ati lafa irraa waan argamteef+ hamma lafatti deebitutti dhamaatee dafqa keetiin nyaata* ni nyaatta. Ati biyyoo waan taateef biyyootti ni deebita.”+

  • Iyyoob 34:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Inni xiyyeeffannaa* isaa isaan irratti utuu godhee,

      Hafuura isaanii gara ofii isaatti utuu walitti qabee,+

      15 Namoonni* hundi waliin ni badu,

      Ilmaan namootaas gara biyyootti ni deebiʼu turan.+

  • Faarfannaa 146:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Bulchitootatti,*

      Ilmaan namootaa warra fayyina argamsiisuu hin dandeenyettis hin amanaminaa.+

       4 Hafuurri isaa ni baʼa, innis gara biyyootti ni deebiʼa;+

      Guyyuma sanatti yaanni isaa ni bada.+

  • Lallaba 3:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 sababiin isaas, wanti dhuma irratti namoota irra gaʼuu* fi horii irra gaʼu jira; wanti hunda isaanii irra gaʼu tokkuma.+ Akkuma inni tokko duʼu, inni kan biraanis ni duʼa; hundi isaanii hafuuruma+ tokko qabu. Wanti hundi gatii kan hin qabne waan taʼeef, namni horii irra caalmaa hin qabu. 20 Hundi isaanii gara bakka tokkoo dhaqu.+ Hundi isaanii biyyoo irraa argaman,+ hundi isaaniis gara biyyootti deebiʼu.+

  • Lallaba 12:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Achiis biyyoon gara lafaatti,+ bakkuma duraan turetti deebiʼa; hafuurris* gara Waaqa dhugaa isa hafuuricha namootaaf kennetti deebiʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi