-
Uumama 7:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Uumamni funyaan isaatiin hafuura baafatuu fi lafa irratti argamu hundi ni duʼe.+
-
-
Faarfannaa 104:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Yommuu fuula kee dhoksitu ni jeeqamu.
Hafuura isaanii yoo fudhatte, duʼanii biyyootti deebiʼu.+
-