LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 6:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, Yihowaan, “Ani namootan lafa irratti uume haxaaʼee nan balleessa; nama, beeladoota, bineensota loʼanii fi uumamawwan samii irra barrisanii wajjin nan balleessa; sababiin isaas ani isaan tolchuu kootti gaabbeera” jedhe.

  • Uumama 6:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Ani foon hafuura baafatu hundumaa samii jalaa balleessuuf lafa irratti bishaan badiisaa nan fida.+ Wanti lafa irra jiru hundi ni bada.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi