Uumama 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Sana booda Waaqayyo hawaa tolchee, bishaanota hawaadhaa gaditti argaman bishaanota hawaadhaa olitti argaman irraa gargar ni baase.+ Akkuma kanas ni taʼe. Uumama 8:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Burqaawwan bishaanii warri gad fagoonii fi karrawwan bishaanii warri samii keessa jiran ni cufaman; kanaafuu, bokkaan samii irraa roobaa ture ni caame.*+
7 Sana booda Waaqayyo hawaa tolchee, bishaanota hawaadhaa gaditti argaman bishaanota hawaadhaa olitti argaman irraa gargar ni baase.+ Akkuma kanas ni taʼe.
2 Burqaawwan bishaanii warri gad fagoonii fi karrawwan bishaanii warri samii keessa jiran ni cufaman; kanaafuu, bokkaan samii irraa roobaa ture ni caame.*+