LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 7:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Noh dhalatee waggaa 600ffaa isaatti, jiʼa isa lammaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa 17ffaatti, guyyaa sanatti burqaawwan bishaanii gad fagoon babalʼaa taʼan hundi ni futtaafatan; karrawwan bishaanii samiis ni banaman.+

  • Fakkeenya 8:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yeroo inni samii qopheessetti+ ani achin ture;

      Yeroo inni bishaanotaa fi samii gidduu daangaa* kaaʼetti,+

      28 Yeroo duumessoota ol gubbaa jiran hundeessetti,*

      Yeroo bishaanonni gad fagoon akka guutan godhetti,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi