6 Achiis Waaqayyo, “Bishaanota gidduutti hawaan haa taʼu;+ bishaanonnii fi bishaanonnis gargar haa baʼan”+ jedhe. 7 Sana booda Waaqayyo hawaa tolchee, bishaanota hawaadhaa gaditti argaman bishaanota hawaadhaa olitti argaman irraa gargar ni baase.+ Akkuma kanas ni taʼe.