Faarfannaa 33:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Dubbii Yihowaatiin samiiwwan,Hafuura afaan isaatiinis wantoonni isaan keessa jiran* hundi tolfamaniiru.+ Ermiyaas 10:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Inni isa humna isaatiin lafa tolche,Isa ogummaa isaatiin dachee oomisha kennitu hundeessee+ fiHubannaa isaatiin samiiwwan diriirse dha.+
6 Dubbii Yihowaatiin samiiwwan,Hafuura afaan isaatiinis wantoonni isaan keessa jiran* hundi tolfamaniiru.+
12 Inni isa humna isaatiin lafa tolche,Isa ogummaa isaatiin dachee oomisha kennitu hundeessee+ fiHubannaa isaatiin samiiwwan diriirse dha.+