-
Faarfannaa 136:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Gooftaa gooftotaatiif galata galchaa,
Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.
-
-
Isaayyaas 40:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Inni akkuma huccuu haphiitti samiiwwan ni afa,
Akkuma dunkaana keessa jiraatamuuttis isaan ni diriirsa.+
-