LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 44:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yihowaan inni si furu,+

      Inni yeroo gadameessa keessa turtee jalqabee si tolche akkana jedha:

      “Ani Yihowaa isa wanta hunda tolche dha.

      Ani ofii kootiin samiiwwan akka huccuutti afeera,+

      Lafas diriirseera.+

      Eenyutu anaa wajjin ture?

  • Ermiyaas 10:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Inni isa humna isaatiin lafa tolche,

      Isa ogummaa isaatiin dachee oomisha kennitu hundeessee+ fi

      Hubannaa isaatiin samiiwwan diriirse dha.+

  • Zakkaariyaas 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Murtii Waaqayyo dabarse:

      Dubbiin Yihowaan Israaʼeliin ilaalchisee dubbate isa kana;

      Yihowaan inni samiiwwan diriirse,+

      Inni buʼuura lafaa kaaʼe,+

      Inni nama keessatti hafuura uume akkana jedha:

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi