LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 6:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Isaan sii wajjin lubbuudhaan akka oolaniif, akaakuu uumama jiraataa hundumaa+ kormaa fi dhaltuu godhii lama lamaan doonichatti galchi;+ 20 uumamawwan barrisan akka akaakuu isaaniitti, beeladoonni akka akaakuu isaaniitti, akkasumas bineensonni lafa irra loʼan hundi akka akaakuu isaaniitti, ati lubbuudhaan akka isaan oolchituuf tokkoon tokkoon isaanii keessaa lama lama taʼanii gara doonichaatti ni seenu.+

  • Uumama 7:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Bineensonni bosonaa hundi akka akaakuu isaaniitti, beeladni hundi akka akaakuu isaaniitti, bineensonni loʼan hundi akka akaakuu isaaniitti, uumamawwan barrisan hundi akka akaakuu isaaniitti, simbirroonni hundii fi uumamawwan qoochoo qaban hundi isaanii wajjin achi keessa ni seenan. 15 Uumamawwan foon taʼanii fi hafuura baafatan hundi lama lama taʼanii doonicha keessatti gara Noh dhaquu isaanii itti fufan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi