-
Uumama 7:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Guyyuma sanatti Noh ilmaan isaa Seem, Kaamii fi Yaafeet,+ akkasumas haadha manaa isaa fi haadhotii manaa ilmaan isaa sadanii wajjin gara doonichaatti ni seene.+ 14 Bineensonni bosonaa hundi akka akaakuu isaaniitti, beeladni hundi akka akaakuu isaaniitti, bineensonni loʼan hundi akka akaakuu isaaniitti, uumamawwan barrisan hundi akka akaakuu isaaniitti, simbirroonni hundii fi uumamawwan qoochoo qaban hundi isaanii wajjin achi keessa ni seenan.
-