LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 7:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Akaakuu bineensotaa qulqulluu taʼan hundumaa keessaa kormaa fi dhaltuu godhii torba torba* fudhadhu;+ bineensa qulqulluu hin taane hundumaa keessaa immoo kormaa fi dhaltuu godhii lama lama fudhadhu;

  • Leewwota 20:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Isin horii qulqulluu fi horii xuraaʼaa gidduu, akkasumas simbirroo xurooftuu fi simbirroo qulqulluu gidduu garaa garummaan akka jiraatu godhaa;+ horii yookiin simbirroo yookiin wantoota lafa irra munyuuqan warra ani akka xuraaʼootti akka ilaalamaniif adda baase kamiin iyyuu of* hin xureessinaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi