17 Addaamiinis akkana jedhe: “Ati haadha manaa tee dhageessee muka ani, ‘Isa irraa hin nyaatin’ jedhee si ajaje sana irraa waan nyaatteef,+ sababii keetiin lafti kan abaaramte ni taati.+ Bara jireenyaa kee hundumaatti ati dhamaatiidhaan oomisha ishii ni nyaatta.+