Uumama 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Achiis Waaqayyo akkana jedhe: “Maddawwan ifaa+ guyyaa fi halkan+ gargar baasan hawaa keessa haa jiraatan; isaanis waqtiilee, guyyootaa fi waggoota gargar baasuuf mallattoo taʼanii tajaajilu.+ Faarfannaa 74:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Daangaawwan lafaa hundumaa keesseetta;+Bonaa fi ganna tolchiteetta.+ Lallaba 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Dhaloonni ni darba, dhaloonni ni dhufa,Lafti garuu bara baraaf jiraatti.*+
14 Achiis Waaqayyo akkana jedhe: “Maddawwan ifaa+ guyyaa fi halkan+ gargar baasan hawaa keessa haa jiraatan; isaanis waqtiilee, guyyootaa fi waggoota gargar baasuuf mallattoo taʼanii tajaajilu.+