LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 78:69
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 69 Iddoon qulqulluu isaa akka samiiwwaniitti,*

      Akka lafa ishii bara baraaf hundeesseettis jabaatee akka dhaabbatu godhe.+

  • Faarfannaa 104:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Lafa hundee ishii irra dhaabeera;+

      Baraa hamma bara baraattis iddoo ishii irraa hin sochootu.*+

  • Faarfannaa 119:90
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  90 Amanamummaan kee dhaloota hundumaa keessa ni jiraata.+

      Lafti jabaattee akka dhaabbattuuf, cimsitee ishii hundeessiteetta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi