LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 38:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Yommuun lafa hundeessetti ati eessa turte?+

      Hubannaa akka qabdu yoo sitti dhagaʼame natti himi.

  • Iyyoob 38:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Miiloowwan isaa maal keessa dhaabaman?

      Yookiin dhagaa golee isaa eenyutu kaaʼe?+

  • Faarfannaa 24:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Laftii fi wanti ishii keessa jiru hundi,

      Lafti oomisha kennituu fi warri ishii irra jiraatan kan Yihowaa ti.+

       2 Sababiin isaas, inni galaanota irra cimsee ishii dhaabeera,+

      Lageen irras cimsee ishii hundeesseera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi