-
Faarfannaa 136:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Lafa bishaanota irra diriirse,+
Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.
-
-
Fakkeenya 8:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Bishaanonni galaanaa ajaja isaa irra akka hin darbineef+
Yeroo galaanichaaf labsii baasetti,
Yeroo buʼuura lafaa kaaʼetti,*
-
Ibroota 1:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Dabalataanis akkana jedhe: “Yaa Gooftaa, ati jalqaba irratti hundee lafaa keesse, samiiwwanis hojii harka keetii ti.
-
-
-