-
Faarfannaa 102:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Ati hundee lafaa bara dheeraa dura keesseetta,
Samiiwwanis hojii harka keetii ti.+
-
-
Ibroota 1:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Dabalataanis akkana jedhe: “Yaa Gooftaa, ati jalqaba irratti hundee lafaa keesse, samiiwwanis hojii harka keetii ti.
-