Faarfannaa 78:69 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 69 Iddoon qulqulluu isaa akka samiiwwaniitti,*Akka lafa ishii bara baraaf hundeesseettis jabaatee akka dhaabbatu godhe.+ Faarfannaa 104:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Lafa hundee ishii irra dhaabeera;+Baraa hamma bara baraattis iddoo ishii irraa hin sochootu.*+ Faarfannaa 119:90 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 90 Amanamummaan kee dhaloota hundumaa keessa ni jiraata.+ Lafti jabaattee akka dhaabbattuuf, cimsitee ishii hundeessiteetta.+ Fakkeenya 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yihowaan ogummaadhaan lafa hundeesseera.+ Samiiwwanis hubannaadhaan cimsee dhaabeera.+
69 Iddoon qulqulluu isaa akka samiiwwaniitti,*Akka lafa ishii bara baraaf hundeesseettis jabaatee akka dhaabbatu godhe.+
90 Amanamummaan kee dhaloota hundumaa keessa ni jiraata.+ Lafti jabaattee akka dhaabbattuuf, cimsitee ishii hundeessiteetta.+