Faarfannaa 76:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Godoon isaa Saalem keessa,+Iddoon jireenyaa isaas Xiyoon keessa jira.+ Faarfannaa 104:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Lafa hundee ishii irra dhaabeera;+Baraa hamma bara baraattis iddoo ishii irraa hin sochootu.*+ Faarfannaa 119:90 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 90 Amanamummaan kee dhaloota hundumaa keessa ni jiraata.+ Lafti jabaattee akka dhaabbattuuf, cimsitee ishii hundeessiteetta.+ Lallaba 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Dhaloonni ni darba, dhaloonni ni dhufa,Lafti garuu bara baraaf jiraatti.*+
90 Amanamummaan kee dhaloota hundumaa keessa ni jiraata.+ Lafti jabaattee akka dhaabbattuuf, cimsitee ishii hundeessiteetta.+