Isaayyaas 42:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Waaqa dhugaa kan taʼe Yihowaan,Uumaan samiiwwanii, inni Guddichi inni isaan diriirse,+Inni lafaa fi oomisha ishii tolche,+Inni namoota lafa irra jiraniif hafuura,+Warra ishii irra deddeebiʼaniifis jireenya kenne+ akkana jedha: Ermiyaas 10:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Inni isa humna isaatiin lafa tolche,Isa ogummaa isaatiin dachee oomisha kennitu hundeessee+ fiHubannaa isaatiin samiiwwan diriirse dha.+
5 Waaqa dhugaa kan taʼe Yihowaan,Uumaan samiiwwanii, inni Guddichi inni isaan diriirse,+Inni lafaa fi oomisha ishii tolche,+Inni namoota lafa irra jiraniif hafuura,+Warra ishii irra deddeebiʼaniifis jireenya kenne+ akkana jedha:
12 Inni isa humna isaatiin lafa tolche,Isa ogummaa isaatiin dachee oomisha kennitu hundeessee+ fiHubannaa isaatiin samiiwwan diriirse dha.+