LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 8:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Samiiwwan warra hojii quba keetii taʼan,

      Addeessaa fi urjiilee warra ati tolchite yommuun ilaalu,+

  • Isaayyaas 48:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Buʼuura lafaa kan kaaʼe harkuma koo ti,+

      Samiiwwan kan diriirses harka mirgaa koo ti.+

      Yeroon isaan waamu, isaan waliin ni dhaabbatu.

  • Ibroota 1:10-12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Dabalataanis akkana jedhe: “Yaa Gooftaa, ati jalqaba irratti hundee lafaa keesse, samiiwwanis hojii harka keetii ti. 11 Isaan ni badu, ati garuu ni jiraatta; hundi isaanii akkuma uffataa ni moofaʼu; 12 ati akkuma waarootti* isaan ni marta, isaan akkuma uffataa ni jijjiiramu. Ati garuu sanuma, waggoonni kees matumaa dhuma hin qaban.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi