Faarfannaa 8:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Samiiwwan warra hojii quba keetii taʼan,Addeessaa fi urjiilee warra ati tolchite yommuun ilaalu,+ Ermiyaas 31:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Yihowaan inniGuyyaa ifa akka kennituuf aduu tolche,Halkan ifa akka kennaniifis seerawwan* addeessaa fi urjiilee qopheesse,Inni galaana sochoosee dambaliiwwan isaa warraaqsu,Inni maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe akkana jedha:+
3 Samiiwwan warra hojii quba keetii taʼan,Addeessaa fi urjiilee warra ati tolchite yommuun ilaalu,+ Ermiyaas 31:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Yihowaan inniGuyyaa ifa akka kennituuf aduu tolche,Halkan ifa akka kennaniifis seerawwan* addeessaa fi urjiilee qopheesse,Inni galaana sochoosee dambaliiwwan isaa warraaqsu,Inni maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe akkana jedha:+
35 Yihowaan inniGuyyaa ifa akka kennituuf aduu tolche,Halkan ifa akka kennaniifis seerawwan* addeessaa fi urjiilee qopheesse,Inni galaana sochoosee dambaliiwwan isaa warraaqsu,Inni maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe akkana jedha:+