LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 1:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Kana malees Waaqayyo isaan ni eebbise; akkasumas, “Horaa, baayʼadhaa, lafa guutaa;+ isas toʼannaa keessan jala galfadhaa;+ qurxummii galaanaa, uumamawwan samii irra barrisanii fi uumamawwan jiraatoo lafa irra sochoʼan hundumaa irratti aangoo qabaadhaa”+ isaaniin jedhe.

  • Uumama 10:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Maatiiwwan ilmaan Noh akka hidda dhalootaa isaaniittii fi akka saboota isaaniitti kanneen kana turan. Bishaan Badiisaa booda saboonni lafa irratti kan faffacaʼan kanneen kana irraa ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi