-
Uumama 9:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Isin garuu horaa, baayʼadhaa; lafa irrattis akka malee hedduu taʼaa.”+
-
-
Uumama 9:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Kanneen sadan kun ilmaan Noh turan; uummanni lafa irraa hundi isaan irraa kan argame yeroo taʼu, boodas bakka adda addaatti ni faffacaʼe.+
-