-
Uumama 10:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Maatiiwwan ilmaan Noh akka hidda dhalootaa isaaniittii fi akka saboota isaaniitti kanneen kana turan. Bishaan Badiisaa booda saboonni lafa irratti kan faffacaʼan kanneen kana irraa ture.+
-