LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 9:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Anis kakuu koo isan ofii fi isin gidduutti, akkasumas ofii fi uumamawwan jiraatoo akaakuu hundumaa gidduutti gale dhugumaan nan yaadadha; kana booda foon kan taʼe hundumaa balleessuuf bishaan badiisaa matumaa deebiʼee hin dhufu.+

  • Isaayyaas 54:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 “Kun anaaf akkuma bara Nohi.+

      Bishaan bara Noh sana booda lafa akka hin uwwisne akkuman kakadhee turetti,+

      Kana booda akkan sitti hin dheekkamne yookiin akkan si hin ifanne nan kakadha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi