Abbootii Murtii 1:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Israaʼelonni jabaachaa yeroo dhufanitti Kanaʼaanota hojii dirqamaa hojjechiisan+ malee, guutummaatti isaan hin ariine.+
28 Israaʼelonni jabaachaa yeroo dhufanitti Kanaʼaanota hojii dirqamaa hojjechiisan+ malee, guutummaatti isaan hin ariine.+