LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 33:55
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 “‘Jiraattota biyyattii of duraa hin ariitan+ taanaan garuu, warri akka jiraatan heyyamtaniif sun ija keessanitti akka huubaa, cinaacha keessanittis akka qoree ni taʼu; biyya keessa jiraattan keessattis isin ni dhiphisu.+

  • Keessa Deebii 7:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Waaqni kee Yihowaan sitti dabarsee isaan ni kenna; atis isaan ni injifatta.+ Ati mamii tokko malee haxaaʼii isaan balleessi.+ Isaanii wajjin kakuu akkamii iyyuu hin galin yookiin gara laafina tokko illee isaanitti hin argisiisin.+

  • Keessa Deebii 20:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Magaalota saboota kanaa warra Waaqni kee Yihowaan dhaalaan siif kennu keessatti garuu, wanti hafuura baafatu tokko illee akka oolu hin godhin.+

  • Iyyaasuu 17:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Israaʼelonni jabaachaa yeroo dhufanitti Kanaʼaanota hojii dirqamaa ni hojjechiisan;+ haa taʼu malee guutummaatti isaan hin ariine.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi