- 
	                        
            
            Baʼuu 23:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
32 Isaanii wajjin yookiin waaqolii isaanii wajjin kakuu hin galin.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Keessa Deebii 20:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
16 Magaalota saboota kanaa warra Waaqni kee Yihowaan dhaalaan siif kennu keessatti garuu, wanti hafuura baafatu tokko illee akka oolu hin godhin.+ 17 Kanaa mannaa, akkuma Waaqni kee Yihowaan si ajajetti isaaniin, jechuunis Heetota, Amoorota, Kanaʼaanota, Pheriizota, Hiiwotaa fi Yebuusota guutummaatti balleessi;+
 
 -