1 Qorontos 10:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Lakki; saboonni aarsaa kan dhiheessan Waaqayyoof utuu hin taʼin, jinniiwwaniifi jechuu koo ti;+ ani immoo isin jinniiwwanii+ wajjin qooda akka qabaattan hin barbaadu.
20 Lakki; saboonni aarsaa kan dhiheessan Waaqayyoof utuu hin taʼin, jinniiwwaniifi jechuu koo ti;+ ani immoo isin jinniiwwanii+ wajjin qooda akka qabaattan hin barbaadu.