Yihudaa 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kana malees, maleekota iddoo isaanii isa jalqabaa hin eegnee fi bakka jireenyaa isaanii isa sirrii dhiisan,+ hidhaa bara baraatiin dukkana cimaa keessatti guyyaa murtii isa guddaa sanaaf isaan kaaʼeera.+
6 Kana malees, maleekota iddoo isaanii isa jalqabaa hin eegnee fi bakka jireenyaa isaanii isa sirrii dhiisan,+ hidhaa bara baraatiin dukkana cimaa keessatti guyyaa murtii isa guddaa sanaaf isaan kaaʼeera.+