2 Dubartoonni sunis sabicha gara aarsaawwan waaqolii isaaniitiif dhiheessanitti ni affeeran;+ sabichis isa irraa nyaachuu fi waaqolii isaaniitiif sagaduu jalqabe.+
14 Warra hin amannee wajjin gita malee walitti hin camadaminaa.*+ Qajeelinnii fi jalʼinni tokkummaa maalii qaba?+ Yookiin ifnii fi dukkanni maal wal irraa qaba?+