LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:32, 33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Isaanii wajjin yookiin waaqolii isaanii wajjin kakuu hin galin.+ 33 Isaan ana irratti cubbuu akka si hin hojjechiisneef, biyya kee keessa jiraachuu hin qaban. Ati waaqolii isaanii yoo tajaajilte, kun dhugumaan kiyyoo sitti taʼa.”+

  • Keessa Deebii 7:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Gaaʼelaan isaanitti hin firoomin. Ijoollee durbaa kee ijoollee dhiiraa isaaniitiif hin kennin yookiin ijoollee durbaa isaanii ijoollee dhiiraa keetiif hin fudhatin.+ 4 Sababiin isaas, isaan ilmaan kee ana duukaa buʼuu irraa goranii waaqolii kan biroo akka tajaajilan ni godhu;+ achiis dheekkamsi Yihowaa si irratti bobaʼa; innis hatattamaan haxaaʼee si balleessa.+

  • 1 Mootota 11:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Solomoon bara dulluma+ isaatti haadhotiin manaa isaa waaqolii kan biroo duukaa akka buʼu garaa isaa ni jalʼisan;+ garaan isaas akka garaa abbaa isaa Daawit Waaqa isaa Yihowaa duratti guutuu* hin turre.

  • 1 Qorontos 7:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Haati manaa hanga abbaan manaa ishii lubbuudhaan jirutti hidhamteetti.+ Abbaan manaa ishii yoo duʼe* garuu Gooftaadhaan qofa haa taʼu+ malee nama barbaaddetti heerumuuf bilisa dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi