LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 27:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Kana malees, namni yakkamaan* badiisaaf adda baafame kam iyyuu furamuu hin qabu.+ Inni mamii tokko malee haa ajjeefamu.+

  • Iyyaasuu 6:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Magaalattiinis taate wanti ishii keessa jiru hundi guutummaatti haa balleeffaman;+ guutummaan magaalattii kan Yihowaa ti. Rahaab+ ishiin sagaagaltuun namoota nuti ergine waan dhoksiteef,+ ishii fi warra ishii wajjin manicha keessa jiran hundumaa qofatu lubbuudhaan oola.

  • Iyyaasuu 10:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Guyyaa sanatti Iyyaasuun Maaqedaa+ qabatee goraadeedhaan ishii ni rukute. Mootii ishii fi namoota* ishii keessa turan hundumaa guutummaatti ni balleesse; nama tokko illees hin hambisne.+ Akkuma mootii Yerikoo irratti godhetti, mootii Maaqedaa+ irrattis ni godhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi